1Saboonni hundi Waaqayyoon jajadhaa; isin namoonni hundinuu isa leellisaa.
2Jaalalli inni nuuf qabu guddaadhaatii; amanamummaan Waaqayyoo bara baraan jiraata. Haalleluuyaa.
Macaafa Qulqulluu
Kakuu Moofaa
1Saboonni hundi Waaqayyoon jajadhaa; isin namoonni hundinuu isa leellisaa.
2Jaalalli inni nuuf qabu guddaadhaatii; amanamummaan Waaqayyoo bara baraan jiraata. Haalleluuyaa.
Kitaaba Qulqulluu, Biblica® Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa, Copyright © 2022 Biblica, Inc. Used under CC BY-SA 4.0. The original Work by its copyright holders is available for free at www.biblica.com and open.bible.
Gorsa: furtuuwwan xiyyaa bitaa fi mirgaa fuula garagalchu, / immoo barbaacha bana.